Nageenya naannoo isaanii eeguuf qophii ta’uu dargaggoonni magaalaa Samaraa ibsan

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC)- Nageenya Naannoo isaanii eeguuf qophii ta’uu dargaggoonni magaalaa Samaraa ibsaniiru.

Dargaggoonni magaalichaa Raayyaa Ittisa biyyaa birmadummaa biyyaa kabajchiisuuf duulaa jiru cina hiriiruun nageenya naannoo isaanii eeguuf kan hojjetan ta’uu ibsaniiru.

Dargaggoonnii fi jiraattoonni Magaalaa Samaraa miidhaa humni shororkeessaa ABUT uummata nagaa naannichaarratti  geessisaa jiru akkaataa ofirraa qolachuun danda’anirratti mari’ataniiru jedhame.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment