Nageenya argame tikfachuuu qabna – Jeneral Ababaaw Taddasaa

Finfinnee, Amajjii 13, 2015 (FBC) – Nageenyi argame wareegama gootummaan ta’uu isaan tikfachuuu qabna jedhan Itti Aanaan Itaamaajoorii Humna waraanaa waliigalaa Jeneral Ababaaw Taddasaan.

Kabaja biyyaa fi ummataaf jecha wareegama kaffaluun ergama mootummaa fi ummtaa raaawwachuun nageenya barbaaddamu fiduun danda’ameera jedhan sagantaa Ajaja Lixaaf qophaa’erratti argamuun haasawa taasiisaniin.

Bu’aa wareegama olaanaa kaffaluun argame kana sirnaan eeggachuu qabna jedhan.

Raayyaan ittisaa biyyaaf jecha gufuuwwan hedduu darbuun as ga’uun, yeroo itti aanu wareegama waaraa mirkaneessuuf gumaacha qabaachuu ibsuu isaanii ragaan Raayyaa ittisaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment