Finfinnee, Caamsaa 12, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Ummattoota Kibbaa sanyii filatamaa Birrii miiliyoona 18 olitti tilmaamamuu fi meeshaalee qonnaa garaagaraa naannoo Tigrayiif deeggarsa taasiiseera.
Sanyii filatamaa kuntaala kuma 1 fi 500 meeshaalee qonnaa garaagaraa kuma 3 fi 600 deeggarsa taasisuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannoo Ummattoota Kibbaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.