Naannoon Sidaamaa raawwii hojii bara 2014 gamaaggamaa jira

Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddaamoon hoggantoota naannoo, magaalootaa fi aanaalee waliin raawwii hojii bara 2014 gamaaggamaa jiru.
Gabaasni raawwii hojii hoggantoota kanneeniin dhiyaachaa jiraachuu ragaan Waajjira Pireezidaantii naannichaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment