Finfinnee, Sadaasa 29, 2014 (FBC) – Naannoon Sidaamaa Guyyaa sabaaf sablammootaa 17ffaa akka qopheessu filatamuu ibsameera.
Guyyaan Sabaaf sablammootaa 16ffaan mata duree ‘Obbolummaa tokkummaa sabdaneessaaf’ jedhuun magaalaa Dirree Dawaatti sirnoota addaan kabajamaa turen xumurameera.
Naannoo 10ffaa biyyattii ta’uun kan hundoofte naannoon Sidaamaa guyyaa sabaaf sablammootaa 17ffaa akka qopheessitu filatamuu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii magaalaa Dirree Dawaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.