Finfinnee, Bitootessaa 6, 2015 (FBC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa qaamoolee deeggarsa lammiilee hongeen miidhamaniif taasisaniif marsaa 2ffaan beekkamti kenneera.
Sirnichaarraatti Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii fi hoggantoonnni olaanoo biroon argamuu OBN gabaaseera.
Beekkamtichis qaamolee gaaraagaraa 83 kan maallaqa callaa gumaachanii fi dhaabbilee 36 kan deeggarsa akaakuu fi maallaqa callaa taasisaniif kennameera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.