Naannoon Oromiyaa Naannoo Giddigaaleessa Itiyoophiyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise

Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Mootummaan Naannoon Oromiyaa tumsa Naannoo Giddigaaleessa Itiyoophiyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasise.

Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan sirnaa hundeeffaama Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaarratti argamuun ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Ergaa dabarsaniin naannicha misoomsuuf tattaaffii olaanaa barbaachisaa jedhaniiru.

Badhaadhina Itiyoophiyaa dhugoomsuufis waloon hojjechuun akka barbaachisu himanii, Naannoon Oromiyaas tumsa naannichaaf qabu argisiisuuf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasisuu dubbachuu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment