Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Tuuriizimii Salaamaawiit Kaasaan Komishinara Komishinii Tuuriizimii Oromiyaa Aadde Leellisee Dhugaa waliin mari’ataniiru.
Damee Tuuriizimiirratti bal’inaan hojjetamuu akka qabu marichaan kaasaniiru.
Naannoon Oromiyaan baatiwwan arfan darban damee Tuuriizimiin hojiilee jajjabeessaa hojjechuu Salamaawiit Kaasaan himaniiru.
Muxannoon naannichaa naannolee biroof babal’achuu akka qabu yaadachiisaniiru.
#Oromia #Ityoophiyaa