Naannoon Hararii deeggrasa Raayyaa ittisa Biyyaaf taasisu ilaalchisuun kutaalee hawaasaa gara garaa waliin mari’achaa jira

Finfinnee, Sadaasa 8, 2013 (FBC)- Naannoon Hararii deeggrasa Raayyaa ittisa Biyyaaf taasisu ilaalchisuun kutaalee hawaasaa gara garaa waliin mari’achaa jira.

Mootummaan Naannoo hararii mata duree “ deeggarsa hunda galeessa Raayyaa Ittisa Biyyaaf” jedhuun kutaalee hawaasaa gara garaa waliin mari’achaa jira.

Waltajjicharratti mariin haala waqtaawaa ilaalchisuun akka gaggeeffamu Biiroon Dhimmoota Kominikeeshinii Moorummaa Naannichaa beekiseera.

Waltajjicharratti Preezdaantii naannoo Hararii obbo Ordiin Badirii, Itti aannaa Preezdaanti naannoo Hararii Misiraa Abdallaa, Af-Yaa’ii Mana Maree Naannichaa aadde Addis’alam Bazzaabihiin dabalaytee abbootii Gadaa, abbootiin amantaa fi kutaaleen hawaasaa gara garaa argamaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

Comments (0)
Add Comment