Finfinnee, Amajjii 19, 2014 (FBC)- Naannoon Harari lammiilee weerara garee ABUT’tiin naannoo Amaaraati buqqa’aniif deeggarsa maallaqaa fi akaakuu garaagaraa Birrii miiliyoona 7tti tilmamamu taasiseera.
Mootummaan Naannichaa naannoo Amaaraaf deeggarsi taasisee maallaqaa Birrii miiliyoona 5 fi akaakuu garaagaraa Birrii miiliyoona 2tti tilmaamamuu taasisuu ragaan Kominikeshinii Naannoo Harariirra argamee ni muul’dhisa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.