Naannoon Beenishaanguul Gumuz Yaa’ii barnootaa gaggeessa jira

Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Naannoon Beenishaanguul Gumuz Yaa’ii barnootaa 25ffaa fi sosochii barnootaa bara 2016 gaggeessa jira.

Yaa’icharratti Pireezidaantii naannichaa Obbo Ashaadilii Hasan dabalatee hoggantoonni naannichaa argamaniiru.

Barattoota shamarranii sababa dhiibbaa koorniyaan barnootaa ala ta’anii turan kuma 53 dabalatee bara barnootaa 2016tti barattoota kuma 305 fi 672 barnoota idileen barsiisuuf karoorfamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment