Naannoon Beenishaangul Gumuz bara baajataa 2017’f baajata Birrii biiliyoona 8.9 ol raggaasise

Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)- Manni Maree Naannoo Beenishaangul Gumuz baajata bara 2017’f Birrii biiliyoona 8.9 ol raggaasise.

Baajata kana keessaa Birrii biiliyoona 3 fi miiliyoona 784 fi kuma 430 fi 733 deeggarsa mootummaa federaalaarraa argamu ta’uun eerameera.

Birrii Biiliyoona 4 fi miiliyoona 500 ol ammoo galii naannichatti walitti qabamu ta’uu fi kan hafe ammoo filmaatawwan maddoota galii adda addaa irra argamuun kan uwwifamu ta’uu ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment