Naannoon Amaaraa sirreeffamtoota seeraa kuma 1fi 430 dhiifama taasiise

Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) –Mootummaan Naannoo Amaaraa bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seera kuma 1fi 430’f dhiifama taasiseera.

Sirreeffamtoota dhiifamni taasiifameef keessaa kumni 1fi 389 dhiirootaa fi 41 immoo dubartoota ta’uu Miidiyaan Naannichaa gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment