Naannoon Amaaraa lammiilee kuma 3 fi 142 dhiifama taasise

Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Naannoon Amaaraa Ayyaana Faasikaa fi soomaa Ramadaanaa sababeeffachuun sirreeffamtoota amalaa kuma 3 fi 141 dhiifama taasiseera.

Itti gaafatamaan Biiroo Haqaa naannichaa obbo Garramaaw G/Tsaadiq ibsa laataniin, sirreeffamtoota amalaa dhiifamni taasifameef dubartoonni 56 keessaatti argamu jedhaniiru.

Tsaggayee Wandasantu gabaase

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment