Naannoolee garaagaraatti qormaanni Kutaa 8ffaa kennamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 4, 2016 (FBC) –Naannoolee garaagarratti qormaanni kutaa 8ffaa kennamaa jiraachuun ibsameera.
Naannoolee Amaaraa, Gaambeellaa, Kibba Lixa Itiyoophiyaa, Kibbaa Itiyoophiyaa, Giddugaleessa Itiyoophiyaa, fi Beenishaangul Gumuuzitti barattoonni wiirtuulee qormaatatti argamuun qormaaticha fudhachaa jiraachuun eerameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment