Finfinnee, Waxabajjii 10, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraay godinaalee lama keessatti Xaafii Kilaasteraan misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Giddu Galli Tiraanisfoormeeshinii Qonnaa naannichaa beeksiseera.
Godina Kaaba Lixaa fi Giddu Galaatti qonnaan bultoonni kuma 50 ol Kilaasteraan xaafii akka misoomsan hojjetamaa jiraachuu Qindeessaan Giddugalq Kilaasterichaa Obbo Teediroos Hayiluun himuu TOI gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.