Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Naannoo Tigraayitti qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaaa kennamaa jiraachuu ibsameera.
Barattoonni kumni 9 fi 514 qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa qoramaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Barnootaa Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Dooktar Kiroos Gi’uush ibsaniiru.
Barattoonni kumni 6 fi 513 barattoota saayinsii uumamaa yoo ta’an , barattoonni kumni 3 ammoo barattoota saayinsii hawaasaa ta’uu kaasaniiru.
Qormaatichi qindoomina Ministeera Barnootaa fi Biiroo Barnootaa naannichaa kennamaa jiraachuu eeraniiru.
Malaakuu Gadiftu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.