Naannoo Tigraayitti odeeffannoon lammiileen nagaa ajjeeffamaa jiru jedhu ragaa mirkanaa’ee miti – Qulqulleessa ragaa

Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti odeeffannoon lammiileen nagaa ajjeeffamaa jiru jechuun tatamsa’u kan hin mirkanoofnee fi fedhii siyaasaarraa kan ka’e ta’uu Qulqulleessi Ragaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa beeksise.
Qulqulleessi ragichaa ibsa baaseen tarkaanfii olaantummaa seeraa keessatti duuti lammiilee kamiiyyuu mootummaa kan gaddisiisu ta’uu ibseera.
Duuti nama dhuunfaa tokkoolee hedduu kan nama gaddisiisu ta’uu himeera.
Yaa ta’uutii duula olaantummaa seeraa kabachiisuu gaggeeffame keessatti Raayyaan Ittisaa of eeggannoo cimaa fi namuusa gaariin raawwataa waan tureef lammiilee nagaarra miidhaa guddaan qaqqabuu isaa ragaan agarsiisu kan hin jirre ta’uu ibsameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment