Naannoo Tigiraayitti Ambuulansii 269 keessaa 31 qofatu hafe – Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigiraay

Finfinnee, Muddee 26, 2013 (FBC) – Naannoo Tigiraayitti Ambuulansii 269 keessaa 31 qofti akka jiran Hoogganaan waajjira Buulchiinsa Yeroo Naannoo Tigiraay obbo Gabra Masqal ibsaniiru.
Juuntaan ambuulansoota waraanaaf itti fayyadamaa akka ture ni yaadatama.
Kanaanis, Ambuulansoota 235 keessaa muraasni gubataniiru. Muraasni ammoo saamamaniiru. Kanneen hafan ammoo eessa akka jiran hin beekkaman jedhameera.
Juuntaan farra ummataa ta’uu ummanni hubachuu akka ibsuu ragaan waajjira Paartii Badhaadhinaa Naannoo Tigiraay irraa argame ni mul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment