Naannoo Tigiraay Godina Giddugaleessatti Juuntaadhaan dhokfamanii kan tura konkolaattota 140 ol dabalatee fanjiiwwan argaman

Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Naannoo Tigiraay Godina Giddugaleessatti Juuntaadhaan dhokfamanii kan tura konkolaattota 140 ol dabalatee fanjiiwwan argaman.
Naannoo Tigiraay Godina Giddugaleessa Aanaa Ciillaatti Juuntaadhaan dhokfamanii kan tura konkolaattota 140 ol dabalatee fanjiiwwanii fi meeshaleen waraanaa hedduun argamaniiru.
Naannichatti kan bobba’an Ajajaa Birgaaderaa 3ffaa kutaa waraamnaa 11ffaa Koloneel Yaasin Nuuriyyee akka ibsanitti Naannoo Tigiraay Godina Giddugaleessa Aanaa Ciillaatti Juuntaadhaan dhokfamanii kan tura konkolaattota 140 ol dabalatee fanjiiwwanii fi meeshaleen waraanaa hedduun argamuu ibsaniiru.
Konkolaattonnii fi fanjiiwwan olaantumama seeraa kabachiisuuf hojiin raayyaa ittisa biyyaa hojjeteen argamuu himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment