Naannoo Somaaleetti talaalliin dhibee gifiraa kennamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Naannoo Somaaleetti talaalliin dhibee gifiraa kennamuu eegale.

Duulli talaallii dhibee gifiraa sadarkaa biyyaatti  aanaalee 22’f kan kennamu yoo ta’u, naannoo Somaalee aanaalee 11’f kan laatamu ta’uu ibsameera.

Duula guyyoota 4’f turu kanarratti maatiin ijoollee isaanii akka talaalchisan waamichi dhiyaachuu miidiyaan naannicha gabaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment