Naannoo Somaaleetti duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa guyyaa tokkoo gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Hagayya 17, 2016 (FBC) – Naannoo Somaaleetti duulli dhaabbii biqiltuu ashaaraa magariisaa sadarkaa biyyaatti guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 600 dhaabuu gaggeeffamaa jira.

Hoggansi, hojjettoonni mootummaa fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa naannichaa sagantaa kanarratti hirmaachaa jiraachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii Naannoo Somaaleerraa argame ni mul’isa.

#Ashaaraa_Magariisaa #Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment