Naannoo Somaaleetti boba’aa karaa seeraan alaa biyyaa ba’u to’achuuf qindoominaan ni hojjetama-obbo Musxafee

Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC) –Hoggantoonni olaanoo naannoo Somaalee hanqina boba’aa fi zayita furuuf dhimmota dandeessisaan irratti mari’ataniiru.

Waltajjichaarratti preezdaantiin naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad dabalate kanneen biroon argamaniiru.

Marii isaaniitin hanqina boba’aa naannichatti muudatuu fi raabsaarratti hanqina jiru furuuf mari’ataniiru.

Akkasumas boba’aa karaa seeraan alaa biyyaa ba’u to’achuuf qindoominaan ni hojjetama jedhaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment