Naannoon Somaalee miidhaa lammiilee nagaa Godina Matakkal Aanaa Bulaan irratti raawwateef gadda itti dhagga’ame ibse

Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Naannoon Somaalee miidhaa lammiilee nagaa Godina Matakkal Aanaa Bulaan irratti raawwateef gadda itti dhagga’ame ibseera.
Humnoota badii lammiilee nagaa miidhanii fi saboota walitti buusuuf socho’anirratti tarkaanfii fudhachuun nageenyi lammiilee akka eeggamuuf mootummaan nannichaa kan qabsaa’u ta’uu ibseera.
Mootummaan naannicha mootummaan federaalaa humnoota badii raawwatan kanarratti tarkaanfii fudhachaa jiru cimsee akka itti fufu fi hawaasaaf deeggarsa barabaachisaa akka taasisu waamicha dhiyeesseera.
Maatii miidhamtootaa fi ummata Ityoophiyaaf jajjabina hawweera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment