Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC)- Naannoo Somaalee iddoowwan hongeen itti muudateef deebii aarifachiisaa laachuu fi deeggarsa barbaachisaa taasisuuf kan ooluu Birriin miiliyoona 20 ol raggasifameera.
Kaabineen nannichaa maallaqichaa kan raggaasisee yaa’iii idilee 7ffaa gaggeesseerratti.
Kaabinichi dhimmoota waqtaawaa biyyaa fi naannoorratti marii taasiseera.
Naannichattis iddoowwan hongeen itti muudateef kan ooluu Birriin miiliyoonni 200 ol raggaasifamuu ragaan Biiroo dhimmoota kominikeeshinii naannichaarra argamee ni muul’dhisa.
Naannoo keessaan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.