Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Sidamaatti hoggantoota waraanaa duraanii fedhiin adda waraanaatti duuluuniif magaalaa Hawaasatti gaggeessan taasiifameera.
Osoo nuti jirruu Ityoophiyaan hin diiggamtu jechuun ummanni Ityoophiyaa marti tokkummaan ka’aa jiraachuu Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Sidaamaa obbo Abrahaam Maarshaalloon ibsaniiru.
Ityoophiyaan mo’achuu malee moo’atamtee hin beektu jedhan.
Qaamoleen duuluuf murteessitan muuxxannoo fi beekkumsa qabdaniin Ityoophiyaan akka injifattu qooda keessan ba’uu qabdan jechuun dhaamaniiru.
Miseensonnii fi Hoggantoonni kunneen ogummaa waraanaa olaanaa kan qaban, lola riphee lolaan yeroo dheeraaf kan dursanii fi qabsoo olaanaa taasiisaa turuu isaanii himameera.
Birihaanuu Bagaashawutu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.