Naannoo Sidaamaatti Qaxarriin seeraan ala raawwatame 752 haqame

Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Aanaalee fi bulchiinsa magaalotaa naannoo Sidaamaatti Qaxarriin hojjettootaa seeraan ala raawwatame 752 haqamuu Biiroon Paabilik Sarvisii fi Qabeenya Humna Namaa naannichaa beeksiiseera.

Bara baajataa 2015 keessa Qaxarriin hojjettootaa seeraan ala raawwatame 752 haqamuu Itti Aanaa Hogganaan Biiroon Paabilik Sarvisii fi Qabeenya Humna Namaa naannichaa beeksiiseera.

Qaama hojmaata kana keessaa harka qabanirratti tarkaanfiin seeraa fudhamuus eeruu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment