Naannoo Sidaamaatti Balaa sigiga lafaan lubbuun namoota 6 darbe

Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Naannoo Sidaamaa Godina Giddugala Sidaamaatti rooba cimaa roobe hordofee sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuun ibsame.

Godinicha Aanaa Wanshaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 6 kan darbe yoo ta’u, namoota 6 irraa immoo miidhaan qaqqabuun ibsameera.

Comments (0)
Add Comment