Naannoo Oromiyaatti sa’atii 24 barbe keessatti namoonni 135 kan qabamanii yoo ta’u,lubbuun namoota 3 darbeera

Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) – Qorannoon laboraatoorii vaayirasii koronaa namoota 451f taasifameen namoonni 135 kan qabamanii fi lubbuun namoota 3 darbuun mirkanaa’e
 
Naannoo Oromiyaatti sa’atii 24 barbe keessatti qorannoon laboraatoorii vaayirasii koronaa namoota 451f taasifameen namoonni 135 kan qabamanii fi lubbuun namoota 3 darbuun mirkanaa’ee jira.
 
Hanga ammaatti namoonni 11938 kan qabaman yoo ta’uu, lubbuun namoota 95 sababa vaayirasichaan darbeera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment