Naannoo Oromiyaatti sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni 239 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni 239 vaayrasii koroonaan qabaman.
Naannoo Oromiyaatti sa’aatii 24 darbe keessatti qorannoo laboraatoorii vaayrasii koronaa namoota 1,108f taasifameen namoota 239 vaayrasichi irratti argameera.
 
Lubbuun namoota 3 ammoo sababa vaaysichan darbeeera.
 
Namoonni haaraan 126 immoo vaayrasichaa irraa dandamataniiru.
 
Hanga ammaatti nammoonni vaairasiin kanaan qabaman 12,527 yoo ta’uu, kanneen keessaa namoonni 98 lubbuun kan darbee fi 7,115 vaayirasicha irraa dandamatanii jiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Comments (0)
Add Comment