Naannoo Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa guyyoota sadan darbaniif kennamaa ture nagaadhaan xumurame

Finfinnee, Muddee 2, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa guyyoota sadan darbaniif kennamaa ture nagaadhaan xumurame.
Naannoo Oromiyaatti qormaatni kutaa 8ffaa guyyoota sadan darbaniif manneen barnootaa 8920 keessatti kennamaa ture nagaadhaan xumuramee jira.
Barattootni qormaata isaanii erga xumuranii booda dhaadannoo “ Biqiltuu Ni Kunuunsina, Aramaa Ni Buqqifna!” jedhuun hojiiwwan tajaajila lammummaa addaa addaa keennaa jiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment