Naannoo Oromiyaatti konfiraansiin miseensa hojjettoota mootummaa Paartii Badhaadhinaa gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 24, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti konfiraansiin miseensa hojjettoota mootummaa Paartii Badhaadhinaa hundee hundeedhaan gaggeeffameera.

Konfiraansiichi waajjira Preezdaantii Mootummaa naannoo Oromiyaatti kan gaggeeffame.

Konfiraansichi mata duree ‘uummata keenyaaf ni amanamna, sagantaa fi dambii paartii keenyaa ni hogganamna’ jedhuun gaggeeffameera.

Konfiransii kanaan hojilee gurguddoo waggottan sadan darban paartichaan hojjetamanii fi danbii itti bulmaata paartii irratti mariin gaggeefamuu ragaan fuula Feesbuukii waajjira preezdaantii naannichaarra argame ni muul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment