Naannoo Oromiyaatti hiriirri deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif gaggeeffama jira

Finfinnee, Amajjii 26, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hiriirri deeggarsaa hooggansa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiif gaggeeffama jira.
Hiriirri deeggarsa kun Harargee Bahaa, godina Gujii fi aanolee garagaraatti akkasumaas magaalotaa Amboo, Lagaxaafoo Laga Daadhii, Bishooftuu fi Mojootti kan gaggeeffama jiru.
Guyyaa kaleessaas naannoo Oromiyaa iddoowwan garaagaraatti hiriirri deeggarsaa gaggeeffamuun isaa ni yaadatama.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!
Comments (0)
Add Comment