Naannoo Oromiyaa godinaalee fi magaaloota garaagaraatti hiriirri deeggarsa Dooktar Abiy gaggeeffame

Finfinnee, Amajjii 25, 2013(FBC) – Guutuu Oromiyaa Godinaalee fi bulchiisa magaalootaatti hiriirri deeggarsaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy haala hoo’ina qabuun gaggeeffameera.
Dooktar Abiy erga gara aangootti dhufanii hoggansa cimaa, bulchiinsa gaarii fi hariiroo dippiloomaasii galmeessaniif galata dhiyeessuu fi cinaa isaanii ta’uu agarsiisuuf hiriira gaggeeffama jiru ta’uu ibsameera.
Hiriirri kun magaaloota godina addaa Oromiyaa naannawaa Finfinnee, magaalaa Sabbata,a Sulultaa, Sandaafaa Bakkee fi Galaaniitti gaggeeffameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
Comments (0)
Add Comment