Naannoo oromiyaa fi Somaalee waltajjii waloo misoomaa fi nageenyaa gaggeessuu eegalan

Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Waltajjii waloo misoomaa fi nageenyaa naannoo Oromiyaa fi Somaalee magaalaa Finfinneetti gaggeeffama jira.

Waltajjichaan naannoleen lamaan karoora misoomaa waggaa shanii dhiyeessuun kan irratti marii’atamu yoo ta’u, kallattiin hojii gara fuula duraas ni kaa’ama jedhameti eegama.

Maricharratti preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallisa Abdiisaa fi Preezdaanti Mootummaa Naannoo Somaalee obbo musxafee mahaammad dabalatee hooggantoonni hojii federaalaa fi naannoo argamaniiru.

Xumura marichaan naannoolee lamaan waliigaltee hojiiwwan misoomaa fi nageenyaa fuula duraatti raawwataman ni mallatteessu jedhameera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.

 

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment