Naannoo Kibba Itiyoophiyaaf deeggarsi Birrii miiliyoonni 580 taasiifame

Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC) – Naannoo Haaraa Hundeeffamaa jiru Kibba Itiyoophiyaaf deeggarsi Birrii miiliyoonni 580 taasiifameera.

Sagantaa hundeeffama naannichaa labsuu gaggeeffamerratti naannoleen, bulchiinsi magaalootaa fi abbootiin qabeenyaa Birrii miiliyoona 580 deeggarsaan laataniiru.

Guyyaan Hundeeffama Naannoo Kibba Itiyoophiyaa ifatti labsuu fi sagantaan galateeffannaa magaalaa Walaayittaa Sooddootti gaggeeffameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment