Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Naannoo Indaastirii Qaallittiitti Warshaa Huccuu Eeliyaasirra balaa Ibiddaa qaqqabeen qabeenyi Birrii miiliyoona dhibba 3 fi 50 olitti tilmaamamu barbadaa’uu ibsameera.
Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittii aanaa 7 iddoo addaa naannoo Indaastirii jedhamutti Warshaa Huccuu Eeliyaas irra guyyaa kaleessaa naannoo sa’aatii 3:15tti balaa Ibiddaa muudateen miidhaan kun qaqqabuu ibsameera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.