Naannoo Harariitti Piroojektoonni Birrii miiliyoona 100n ijaaraman eebbifaman

Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin Piroojektoota aanaalee baadiyyaatti Birrii miiliyoona 100n ijaaraman eebbisiisaniiru.

Piroojektii Bidhaan Dhugaatii, Riqichaa fi Piroojektii Humna Elektirikaa aanaa Eeranii fi Soofiitti hojjetaman eebbifamaniiru.

Mootummaan naannichaa fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuuf magaalaa fi Baadiyyaatti misooma fedhii ummataa giddugaleeffatan hojjechaa jiraachuu Obbo Ordiin ibsaniiru.

Tashoomaa Hayiluutu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment