Naannoo Harariitti oomishni Mishingaa yeroo gabaabaa keessatti gahu haaraan hojiirraa oole abdii guddaa agarsiisaa jira – Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Onkololeessa 2, 2017 (FBC) – Naannoo Harariitti oomishni Mishingaa yeroo gabaabaa keessatti gahu haaraan hojiirraa oole abdii guddaa agarsiisaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Lafa kana dura osoo hin misoomin ture misoomsuun hektaaratti callaa kuntaalli 43 ni abdatama jedhan.
+5
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment