Naannoo Harariitti ayyaanni Shawaal Iid kabajamaa ture xumurame

Finfinnee, Caamsaa 2, 2014 (FBC) –Naannoo Harariitti guyyoottan darbaniif qophiiwwan garaagaraatiin kabajamaa kan ture ayyaanni Shawaal Iid xumurameera.

Kabaja ayyaanichaarratti diysaapooraawwan argamu Daayreektarri olaanaan Eejansii Diyaaspooraa Dooktar Mahaammad Idiiriis himaniiru.

Akkasumas hoggantoonni olaanoon, jiraatoonnii naannichaa, keessummoonni waamichi taasifameef argamaniiru.

Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment