Naannoo Hararii fi Somaaleetti guyyaan Yaadannoo Haleellaa Raayyaa Ittisaarratti raawwatame yaadatame

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015 (FBC) – Naannoo Hararii fi Somaaleetti guyyaan yaadannoo Haleellaa Raayyaa Ittisaarratti raawwatame waggaa 2ffaan kabajameera.

Guyyichi naannoo Somaaleetti mata duree ‘Yoomiyyuu hin irraaffannu’ jedhuun magaalaa Jigjigaatti sirnoota garaagaraan kabajameera.

Naannoo Hararittis guyyaan kun bakka hoggantoonni olaanoon, hojjettoonnii fi kutaaleen hawaasaa garaagaraa argamanitti sagantaalee adda addaan kabajamuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannoo kanneenirraa argame ni mul’isa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment