Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaatti dhimmoota haala nageenyarratti mari’atamaa jira

Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Magaalaa Hoosa’iinaatti dhimmoota haala nageenyarratti mari’atamaa jira.

Pireezidaantii Itti Aanaa naannichaa Obbo Indashaaw Xaasaw dabalatee hoggantoonni damee Nageenyaa fi Komishinaroonni Komishinii Poolisii naannichaa waltajjicharratti argamuu ibsameera.

Haala waqtaawaa nageenyaa, rakkoolee mudatanii fi tarkaanfiwwan fudhataman ilaalchisee mariin gaggeeffamaa jiraachuu eerameera.

Ayyaanota tibbana kabajamuuf jiran sababeeffachuun sodaalee nageenyaa uumamuu danda’an haala maskuun danda’amurrattu mari’achuun kallattiin hojii ni kaa’amaan eegama.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment