Finfinnee, Mudde 8, 2016 (FBC) – Naannoo Giddu galeessa Itiyoophiyaatti sagantaan cunfiinsa Kenna Tajaajila Tola Ooltummaa waqtii gannaa fi baniinsa waqtii Bonaa gaggeeffamaa jira.
Sagantichi bakka Itti Aanaan Pireezidaantii naannichaa Obbo Indashaaw Xaasaw fi hoggantoonni naannichaa argamanitti magaalaa Duraameetti gaggeeffamaa jiraachuu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.