Naannoo Gambeellaatti guyyaan yaadannoo haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatame yaadatamaa jira

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Naannoo Gambellaattii guyyaan yaadannoo haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatamee waggaa 2ffaan yaadatamaa jiraachuu ibsame.

Guyyichi marii panaalii mata duree “yoomiyyuu hin irraanfannu” jedhuun  yaadatama jiraachuu  ragaan Biiroo Komiinikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.

Hawaasni naannichaa sa’aatii 4:00tti Addabaabaayiitti bahuun haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja Kaabaarratti raawwatame ” yoomiyyuu hin irraanfannu” jechuun kabaja raayyaa ittisaaf qaban ni ibsatuun eegama.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment