Naannoo Gaambeellaatti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) –Naannoo Gaambeellaatti filannoon biyyaalessaa marsaa 6ffaan karaa nagaan gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Buufataalee Filannoo 431 irratti hawaasni ganamaan sa’aatii 12:00 eegalee sagalee laachaa jiraachuu, Boordii Filannoo Biyyaalessaatti, Waajjirri Damee Naannoo Gambeellaa beeksise.
Naannichaatti namoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 14 ol sagalee kennurratta argamu jedhame.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment