Naannoo Beenishaanguul Gumuuziitti waltajjiin uummataa murtoo fi kallattii Paartii Badhaadhinaarratti xiyyeeffate eegale

Finfinnee, Bitootessa 14, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuuziitti waltajjiin uummataa murtoo fi kallattii Paartii Badhaadhinaarratti xiyyeeffate eegaleera.

Waltajjicharrattis preezdaantiin naannicha obbo Ashaadilii Hassaan, Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abirhaam Balaay dabalatee hoggantoonni hojii mootummaa olaanoo biroon argamaniiru.

Obbo Ashaadiliin haasaa taasisaaniin, Paartiin badhaadhinaa lammiilee Ityoophiyaa hunda walqixa kan hirmaachiisee yoo ta’uu, kallattiiwwan paartichi kaa’e raawwachuuf hoggansaarra darbee hawaasni qooda olaanaa qaba jedhaniiru.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment