Naannoo Beenishaangul Gumuz baatiwwan 10 darban Warqee kuntaala 22 Baankii Biyyaalessaaf erge

Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Naannoo Beenishaangul-Gumuz Baatiwwan 10 darban keessa Warqee kuntaala 22 Baankii Biyyoolessaa Ityoophiyaatti erguu beeksiseera.
Invastaroonni gara damee albuuda Warqee, Maarbilii, Dhagaa boba’aa fi kanneen biroorratti akka hirmaatan hojii hojjetameen bara baajataatti Oomisha albuuda Warqee 183f eeyyamni kannamuu ibsameera.
Lakkoofsi kunwaggoota shan dura 86 qofa ture jedhame.
Waggoota sadan darbanitti lakkoofsi waldaalee oomishtoota Warqee Aadaa 26 irraa gara 234tti ol guddachuus eerameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment