Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti qabeenya uumama jiran misoomsuun jijjiirramaa hundagaleessa ariifachiisuuf deeggarsi mootummaa Federaalaa cimu akka qabu gaafatameera.
Jilli Ministira Ministeera Hojii fi Kalaqaa aadde Mufariyaat Kaamiilii fi Preezdantiin naannoo Beenishaangul Gumuuz obbo Ashaadilii Hasaaniin durfamu magaalaa Asoosaatti dhaabbilee garagaraa daawwachuu miidiyaan naannichaa gabaaseera.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.