Naannoo Beenishaangul Gumuuz Godina Matakkalii lammiileen qe’ee fi qabeenyaa isaanirra buqqa’aniif deeggarsi taasifamafi jiraachuun ibsame

Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaangul Gumuuz Godina Matakkalii lammiileen qe’ee fi qabeenyaa isaanirra buqqa’aniif deeggarsi taasifamafi jiraachuun ibsame.
Godina Matakkalitti sababa rakkoo nageenyaan lammiileen qe’ee fi qabeenyaa isaanirra buqqa’aniif deeggarsi taasifamafi jiraachuun ibsameera.
Godinichatti bakkeewwan filataman Manduuraa, Gubaa, Dibaaxxee, Gaaliisee, Bulaan, Daanguur fi Waanbaraa irraatti deeggarsi taasifamafi jiraachuu Ministeerri nageenyaa ibseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment