Naannoo Amaaraatti Qonnaan Bultoonni gara hojii qonna gannaatti deebi’aa jiru -Qajeelcha Ajaaja waliigalaa

Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Naannoo Amaaratti Nagaa fi tasgabbii argame caalmaatti itichuuf oppireeshiniin eegalame cimee akka itti fufu Qajeelchi waliigalaa labsii yeroo ariifachisaa qajeelfama cimaa laateera.

Naannichatti iddoolee muraasaan ala Qonnaan Bultoonni tasgabbii uumametti fayyadamuun gara hojii qonna gannaatti deebi’aa jiraachuu Qajeelcha Ajaaja waliigalaa labsii yeroo ariifachiisaa beeksiseera.

Galteewwan qonnaa iddoolee garaagaraatti imalchiifamaa jiraachuus qajeelchi mirkaneessera.

Galteewwan qonnaa iddoolee garaagaraatti imalchiifamaa jiraachii qajeelchis mirkaneessera.

Qajeelchichi hojiilee guyyoota 20n darban keessa raawwate gamaaggameera.

Nagaa fi tasgabbii argame caalmaatti itichuuf oppireeshiniin eegalame cimee akka itti fufu Qajeelchi waliigalaa qajeelfama cimaa laateera.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment